Aadaa dubbisuu moo Qulqullina kitaabaa ?

Aadaa dubbisuu moo Qulqullina kitaabaa ? Dur dur kitaabilee ogbarruu barreessitoota keenya hangafoo akka Kumsaa Burraayyuu,Dhaabaa Wayyeessaa,Gaaddisaa Birruu,Isaayyaas Hordofaa fi kanneen biroo maqaa dhahuu dandeenyu...

Ayyaanni Kun, Ayyaana Dhumaa Isiniif Haa Ta’u!

Ayyaanni Kun, Ayyaana Dhumaa Isiniif Haa Ta’u! Akkuma waggoota 25nan dabran keessatti hundumti keenya hubachuuf dandeennetti DHDUO faaydafi bu’aa ummata Oromoof argamsiiserra dildila diinaa ta’uun...

Badhaasa tokkoof falmannee sadiin galanne!! Hacaaluun Caale! Amansisaan Amansiise!

Hirmaannaa sagalee uummata Oromoo Addunyaa maraa irraa jirtaniin Walleen Haacaaluu Maalan Jiraan Badhaasa Marsaaritii DireTube 2015 "Diretube Award 2015" qopheese irratti sagalee olaanaadhaan moohachuu danda’ee jira irratti gosa Vidiyoo Wallee Bareedaa Baranaa("Best Music video of the year"). Akkasumaas Amansiisaa Ifaa Vidiyo kana akkanatti bareechee tolchuu isaatiif Qajeelchaa Sursagalee Cimaa Baranaa ("Best music video director of the year") jedhamuun sambata dura darbe Hoteela Sharaatan Addiis keessatti badhaafameera. Akkasumas Dooktarri kabajaa Artist Alii Birraa badhaasa Dalagaa Ajaa’iba Bara Jireenyaatiin ("Lifetime Award") badhaafamuu danda’eera.

Beekan Gulummaa Irranaa:- ISIN HOO?

ISIN HOO? Qabsoo uummanni Oromoo marti waliin ta’ee taasisaa jiru kana keessaatti kanan irraa baradhe, itti gadde, itti taajjabeefi abdii itti horadhe qabxiiwwan gurguddoo shan...

Stay connected

52,168FansLike
461FollowersFollow
784FollowersFollow
1,030SubscribersSubscribe
- Advertisement -

Latest article

ABIY AHMED: A MAN OF DUAL PERSONALITY

ABIY AHMED: A MAN OF DUAL PERSONALITY The reformist Ethiopian Prime Minister, Abiy Ahmed has a strong military and security personality. He joined army as...

Cacabsaa | Oromo Comedy | Gibetube Entertainment

https://www.youtube.com/watch?v=5s_H0HOEghY