Eenyummaa: Dhiigaanmoo Filannoon? First on GibeTube.com

Wantoota gara garaatu walitti dhufee tokko ta’a malee wanta siluma tokko ta’e uumameef “tokkummaa tokkummaa” jedhanii itti faarsuun hin barbaachisu. Kanaafuu yeroo waa’ee Oromummaa dubbannu, waa’ee tokkummaa osoo hintaane waa’ee “obbolummaa” dubbachuutu gaariidha, sababni isaas tokummaa yeroo jennu qaamota gargaarii lamatu walitti dhufee tokkummaa uuma garuu Oromoota haalatu walitti hidhe osoo hintaane dhiigatu walitti hidhe. Filannoo keenya miti. Obbolummaan keenyas dhiiga keenyaan malee filannoofi ilaaalcha dhuunfaan ta’uu hin qabu.

Waa’ee Dr Mararaa Guddinaa kana beektuu Laata??

  Dr Mararaa Guddinaa Adoolessa 5,bara 1956 Lixa Shaggar magaalaa tokkee Kuttaayeetti dhalatanii guddatan.Ijoolummaa isaanii irraa jalqabee Waan isaaniif hin galle cimsanii Gaafachuu fi Waan...

Stay connected

52,429FansLike
375FollowersFollow
775FollowersFollow
1,030SubscribersSubscribe
- Advertisement -

Latest article

ABIY AHMED: A MAN OF DUAL PERSONALITY

ABIY AHMED: A MAN OF DUAL PERSONALITY The reformist Ethiopian Prime Minister, Abiy Ahmed has a strong military and security personality. He joined army as...

Cacabsaa | Oromo Comedy | Gibetube Entertainment

https://www.youtube.com/watch?v=5s_H0HOEghY