DHAGEESSANIITTUU?

Qorannoon Beekan Gulummaa Yuunibarsiitii Harvard keessatti gochaa ture goolabameera. Akkuma beekamu Hagayya 16, 2015 irraa eegalee obboleessi keenya kun mata duree "Fincilaafi Diddaa Barattoota Oromoo: Nagaa, Haqaafi Dimookiraasii Barbaachaafi Tarkaanfii Deebii Mootummaa Abbaa Irree Xoophiyaa’’ jedhu irratti Yuunibarsiitii Harvard keessatti qorannoo isaa geggeessaa tureera. Xumura hojii kanaas Saba Oromoo fi lammiilee addunyaa kanaa garaagaraatti agarsiisuuf qophee xumuree jira.

BISHAANTU RASAASA TA’E!

BISHAANTU RASAASA TA’E!     Akka barruun tokko marsaayitii www.worldwildlife.org/ irraa jedhutti dacheen irra jiraannu kun persentii 70 qaama bishaaniin aguugamtee argamti. Haa ta’u malee, kan nuti...

Stay connected

52,283FansLike
433FollowersFollow
782FollowersFollow
1,030SubscribersSubscribe
- Advertisement -

Latest article

ABIY AHMED: A MAN OF DUAL PERSONALITY

ABIY AHMED: A MAN OF DUAL PERSONALITY The reformist Ethiopian Prime Minister, Abiy Ahmed has a strong military and security personality. He joined army as...

Cacabsaa | Oromo Comedy | Gibetube Entertainment

https://www.youtube.com/watch?v=5s_H0HOEghY